Facebook page

Lammiin Lammiif

[OBN 25 03 2010] Artiisti Hacaaluu Hundeessa barattoonni Oromoo barnoota isaanii cimanii barachuu qabu jedhe. Deeggarsa Lammiileen Oromoo Ameerikaa Kaabaa ergan Lammiilee qe'ee fi qabeenyaa isaanirraa buqqa'aniif arjoome.

Posted by OBN Afaan Oromoo on Monday, December 4, 2017